Channel
Of bari! Eessaa akka kaate Seenaa fi eelaakee Keessaas isa baate Gidiraaf beelakee Walaloo hunda argattuu Share fi Join godhaa waliif qoodaa Yaadaaf π @baahar_umar
Updated: 2026-08-25
ποΈ ππ«Άπ An simbirroo samiiti βAt qurxummii galaanaa βHalaalarra dhaabbannee βFageenyarraa wal yaanna β βAkka walitti hin siqneef βUumamatu daangaadha βAkka walirraa hin siqneef β¦
Moodela Shaggarii Mucaa Dirree Dawaa Bareedduu Wallaggaa Boontuu warra Shawaa Maashoo warra Jimmaa Intala warra mootii Kennaa koo ganamaa Naaf qabeenya kooti Intala warra Arsii Hafβ¦
Mee Altakkaaf Seenaati naaf dubbisaa kabajamtoota kiyya maatin jaalalaa..
https://x.com/Barribaraan/status/2094160725686079847
Ka'ee warqii siif ta'ee Morma keetti diramuu? Ka'ee moo filaa ta'ee Rifeensa keen filamuu Natti himi bareeduu koo Maal sif ha baasu arsaa Waanan akkatti sijaalluu Anaafuun galle waβ¦
I love you so muchπMy famillyπΉ
Utuun si barbaaduu Bifa dhabee daaree Taatee achiin haftee Miilla bakar waaree Si dhabuun anattii Madaa qubaa taatee Maalif yuusuu didee Bineensi si nyaatee Abdiidhaan si eeguu Ja'β¦
Biiftuu Oromiyaa Biqiltuu uumamaa Beektuu warra Maccaa Intala Tuulamaa Giiftii warra lixaa Mucaa Abbishee Garbaa Daandiitti na eegi Si dubbiseen darbaa Boontuu warra Shawaa Sanyii β¦
No ads indexed yet.
This channel was added to our crawler but no sponsored impressions have surfaced yet. Subscribe below β we will ping you on the first hit.
Tracked since 2026-06-07 Β· first ad check queued