Channel
This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners. #unofficial #news
Updated: 2026-09-12
ALI Bara 2018 Itoophiyaa keessatti wantoota ijoo siyaasaa, nageenyaafi kaan baay'eetu mudate. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/f9cPN65
Yunivarsiitiiwwan afur Naannoo Tigraay keessatti argaman dallaa isaanii ''sochii waraanaa kamirraayyuu bilisa'' akka godhan Ministeerri Barnootaa akeekkachiise. via BBC News Afaan …
Baankiin Biyyaalessaa Eritiraa hamma maallaqa callaa namoonni dhuunfaa fi dhaaboti sirna baankiin alatti yeroof qabachuu danda'an daangessuu beeksise. via BBC News Afaan Oromoo htt…
Hariiroon UK fi Israa’el tibbanaa hammaatera. Israa'el qubsuma seeran alaa Weest Baankii keessatti babal'isuunshee biyyoota hedduu mufachiise. UK'n isaan keessaa tokkoodha. via BBC…
Pireezidantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing biyyi isaanii hariiroo dippiloomaasii Masrii wajjin eegalte waggaa 70ffaa sababeeffachuun torbee kana Kaayirootti imalanii ture. via BBC New…
Akka Humaan Raayit woch jedhetti, murtii du'aa Saawudii Arabiyaan kan gaafa Waxabajjii 25tin murtiin ajjeechaa namoota 116 irratti raawwatame. via BBC News Afaan Oromoo https://ift…
Namoonni siyaasaa 'Itoophiyaa Hizbaawwii Abiyootaawwii Paartii (IHAPA)' fi ogeessi seeraa torban darbe manni-murtii akka hidhaatii bahan murteesseef poolisiin ol iyyannoo waan dhiy…
Waraanni Ameerikaa dooniiwwan boba'aa Iraan shan irratti haleellaa raawwachuu ajajaan giddugaleessaa beeksise. Iraan ammoo buufata waraanaa Ameerikaa kan Yordaanos keessa jiru rukk…
A head-to-head of how 1xBet and Betano advertise on Telegram — reach and bonus aggressiveness versus brand and regulated-market focus, their creative and targeting differences, and what the Telegram Ads Spy archive reveals about each.
A head-to-head of how 1xBet and Betway advertise on Telegram — reach and bonus aggressiveness versus regulated-market brand and sponsorships, their creative and targeting differences, and what the Telegram Ads Spy archive reveals about each.
A head-to-head of how 1xBet and Melbet advertise on Telegram — reach and bonus aggressiveness versus bonus-led offshore acquisition, their creative and targeting differences, and what the Telegram Ads Spy archive reveals about each.
A head-to-head of how 1xBet and Parimatch advertise on Telegram — reach and bonus aggressiveness versus brand recognition and sponsorships, their creative and targeting differences, and what the Telegram Ads Spy archive reveals about each.
Flags — the regions we asked our observer pool for while recording this ad in this channel. That is a label on our request, not a confirmed place of viewing: when no account is available in the requested country the pool silently substitutes another and does not say so. It is not the advertiser's targeting country either. We stopped requesting the region on {date}, so newer creatives carry no flags at all. The channel's main country (by its language) is highlighted in blue; regions under 5% are collapsed into +N.