Channel
Chanaalli "MIIRA KEENYA GAARII👇👇 @dhugaadhuma_99 Jijjiirraa muuxannootiifi beekkumsaa, barnootaa walii raabsuuf kan banameedha! Kanaafuu Forwaard gochuun hiriyoota keessaniif dabarsaa! Yaadaaf @lijj_muhammad
Updated: 2026-09-16
Earlier titles this channel went by — useful for spotting rebrands.
#Ajaa'iba Imalli gara Jannataatti godhamu Azaaba keessaa eegala Jedhe:-Dante Alighieri
Ahii'i Fuuldura kootti kolfaa dudduubbee kootiin na waraanani. #Rahmaankoo
"أقترب من الله إقتراب المُحب ولن تحتاج إلى أحد" يضيق صدرك ثم الله يشرحهُ و ليس يشرح صدر العبد .. إلاهُ إذا مشيت إلى الرحمن تطلبهُ فسوف تحيا بهذا العمر أحلاهُ اسعد الله صباحكم وزادك…
Yoo imimmaan kee namni hin argine, Rabbiin ni arga. Yoo jecha kee namni hin dhageenye, Rabbiin ni dhaga’a. 🤲 Halkan keessa ka’i; harka kee ol qabi; qalbii kee guutuun “Yaa Rabbi” …
🌿NAAMUSA KADHAA RABBII 🤲 Kadhaan silaa humna nama dadhabe qofaaf osoo hin taane, gara Rabbii isa hundumaa danda’uitti qalbii keenya ittiin deebifnudha. Yeroo nuti dadhabnu, yeroo…
﴿ وَذَكِّرْ فَإِنَّ الذِّكْرَىٰ تَنفَعُ الْمُؤْمِنِينَ ﴾ - سُبحان الله . - الحَمد لله . - لا إله إلا الله . - الله أكبر . - لا حَول و لا قوة إلا بالله . - سُبحان الله و بِحم…
🎧Sagantaa Da'waa Mata-Dureen 🌿Qalbii teenya maaliif jabaachaa deemti?..🎤 By Oustadh Suufiyan Jeylan..👌 📌Warri Sagantaan isin jala darbe...Sagalee kana seenaa Dhaggeeffadha....…
Rabbii gaafa beelaa Nyaachisee nu quubsee Yaa Rabbii maasiyaa Hedduu san nu dhooysee Murtii tan tee hunda Jaalanne Rahmaani Alhamdulillaahi Kheen dhumu galanni
How AvaTrade runs sponsored Telegram campaigns in 2026 — creative formats, regional strategy, and what the tgadsspy archive reveals about this forex broker.
How Exness runs sponsored Telegram campaigns in 2026 — creative formats, regional strategy, and what the tgadsspy archive reveals about this forex broker.
How FP Markets runs sponsored Telegram campaigns in 2026 — creative formats, regional strategy, and what the tgadsspy archive reveals about this forex broker.
How IC Markets runs sponsored Telegram campaigns in 2026 — creative formats, regional strategy, and what the tgadsspy archive reveals about this forex broker.
Flags — the regions we asked our observer pool for while recording this ad in this channel. That is a label on our request, not a confirmed place of viewing: when no account is available in the requested country the pool silently substitutes another and does not say so. It is not the advertiser's targeting country either. We stopped requesting the region on {date}, so newer creatives carry no flags at all. The channel's main country (by its language) is highlighted in blue; regions under 5% are collapsed into +N.