Channel
Faaruuwwan Haaraa orthodox Tewahido
✔️ Channel keenya kana keessatti: 👇 ➪ Faaruuwwan Ortodoksii Tewaahidoo ➪ Barumsa wangeelaa bifa sagalee fi barreeffamaan, ➪ Akkasumas link garaagaraa, kitaabolee pdf dhaan argattu! Faaruu keessan beeksifachuuf: @biree29
Updated: 2026-10-31
Cashier signals
Ad niches in this channel
Top advertisers in this channel
- 3@risktop_bot@risktop_bot
- 3fnbt.linkfnbt.link
- 1@hukisny@hukisny
- 1@xauusdgoldtrading786@xauusdgoldtrading786
- 1@goldtrading_cool42330@goldtrading_cool42330
- 1@fhaekdko@fhaekdko
- 1@misconlifestyle@misconlifestyle
- 1@royalgoldtrading13@royalgoldtrading13
Activity
Recent posts
- October 26, 2026
Maariyaam(2)Jedhee Maariyaam Maariyaam jedhee nan faarsa maqaa kee Durboo Maariyaam jedhee nan hima oolmaa kee Dhaloota dhufuufan waa'ee kee dubbadha Gaarummaa kee harmee ani nan f…
- October 23, 2026
Inze teaqefiyo le hitsanike neyi mariami(2) Ney (2) ney mariami(x4) Mucaa kee hammadhuti yaa haadha goofta kottu maariyaami(2) Koottu(2) kottu maariyami(x4) Abeba Nesh dingil lijis…
- October 23, 2026
Kaleessaa na ceesistee hardhas na faana jirta Galmee du'a kootii galaa galchiteetta Jabaatan maqaa kee na kaase Gooftaa koo Situu Aannan obaase gubaataa laphee koo Kaayyoof saganta…
- October 22, 2026
Mikaa'eliin ni dhaabbataa cina koo(×2) Na gargaareera guyyaa rakkina koo Jalloonni Qaama koo hidhanii Ulaa leencaatti na darbatanii MIKAA'EL samiirraa naaf dhufee Afaan leencota an…
- October 22, 2026
Hangaftoota keessa situu na gargaare Lubbuu koo du'arra sihi kan baraare Kiyyoo diinaa jalaa Mika'eel na oolche Fuldura koo bahe daandii koonaaf tolche Bahiraanin gargaarte du'arra…
- October 21, 2026
UMRII KOO Umri koo naaf eebbisi bara gaabbii koo Kan diina koo akka hin taane galgalli kan koo An harka keerra jiradhee du'uu naaf wayya Xumura koo naaf miidhagsi maaloo uuma kiyya…
- October 18, 2026
🎤Hunda_Baadhee 🎙️F_ttuu_Birhaanee_Hirphaa Faarfannaa_Afaan_Oromoo_Ortodoksii_Tawahido Gutussaf like Share Nutii Agarsisaa ╭══•|❀:✞✟✞❀|•══╮ ✥┈┈••●◉✞◉●••┈••✥ @faruuHaara ✥┈┈••●◉✞◉●…
- October 18, 2026
Daangaa Dhabeera Dhiphuun keessakoo At naaf Qaqqabi bakka dhibeekoo Harka araara kee anaaf Diriirsi Qalbiikoo Bade bakkatti deebisi Gadadoon Sakaalameen Yaadakoon butuntura Of bira…
Research from the blog
All →- 2026-05-07
AvaTrade Telegram Ads Profile: How AvaTrade Advertises in 2026
How AvaTrade runs sponsored Telegram campaigns in 2026 — creative formats, regional strategy, and what the tgadsspy archive reveals about this forex broker.
- 2026-05-07
Exness Telegram Ads Profile: How Exness Advertises in 2026
How Exness runs sponsored Telegram campaigns in 2026 — creative formats, regional strategy, and what the tgadsspy archive reveals about this forex broker.
- 2026-05-07
FP Markets Telegram Ads Profile: How FP Markets Advertises in 2026
How FP Markets runs sponsored Telegram campaigns in 2026 — creative formats, regional strategy, and what the tgadsspy archive reveals about this forex broker.
- 2026-05-07
IC Markets Telegram Ads Profile: How IC Markets Advertises in 2026
How IC Markets runs sponsored Telegram campaigns in 2026 — creative formats, regional strategy, and what the tgadsspy archive reveals about this forex broker.
No ads indexed yet.
This channel was added to our crawler but no sponsored impressions have surfaced yet. Subscribe below — we will ping you on the first hit.
Tracked since 2026-04-26 · last ad check 2026-11-01 12:36 UTC
