Telegram Ads Spy
Sign in
Telegram Ads Spy
Account menu

Channel

Qaroo Waamaraa

@forallthingseye
EN · EnglishSponsored-eligible
Members
19,352
Avg. views
1,548
CPM (est.)
—
Ads indexed
0

Ad niches in this channel

Top advertisers in this channel

All advertisers in this channel →

Activity

04-2010 weeks09-14

Recent posts

  • October 25, 2026

    #Takka_Takka ...! Takka takka si dhukkuba garuu fayyaa fakkaatta! Namoota hedduu keessa jirta garuu kophummaan sitti dhagahama. Namoota ofiikee jaalattu hedduu qabda, namoota si ja…

    932 views21 reactionsOpen in Telegram
  • October 24, 2026

    Yoo baay'ee kunuunsite adurreen iyyuu Qeerransa of se'uu eegalti, Kanaaf nama namummaa isaa qofaan kabaji male hin GABBARIIN namni deeme HAA DEEMU.

    1,268 views26 reactionsOpen in Telegram
  • October 24, 2026

    https://t.me/ForAllthingsEye

    1,289 views15 reactionsOpen in Telegram
  • October 24, 2026

    Sin qabiin malee Si malees jedhee Eessa turte garuu Si arguun fedhee

    1,265 views8 reactionsOpen in Telegram
  • October 23, 2026

    Namoonni tokko tokko yeroo isaan gaddan akka ati gadditu barbaadu, Garuu isaan gammadan akka ati gammaddu hin barbaadan! One day or Day one

    1,646 views30 reactionsOpen in Telegram
  • October 23, 2026

    Utuu hamma dadhaban argatu ta'e, kan akka Harree waan baay'ee argatu hin jiru ture.

    1,868 views27 reactionsOpen in Telegram
  • October 23, 2026

    Namni siif yaadu Kan sirra caalu hin jiru.

    1,882 views30 reactionsOpen in Telegram
  • October 23, 2026

    Jireenyi kee yaada kee irratti hundaa'a waan ta'eef, jireenya gaarii jiraachuuf yaada gaarii qabaadhu.

    2,011 views28 reactionsOpen in Telegram

Research from the blog

All →

No ads indexed yet.

This channel was added to our crawler but no sponsored impressions have surfaced yet. Subscribe below — we will ping you on the first hit.

Tracked since 2026-04-28 · last ad check 2026-10-26 21:30 UTC