Telegram Ads Spy
Sign in
Telegram Ads Spy
Account menu

Channel

JECHOOTA HAYYOOTAA

@jechamoota
EN · EnglishSponsored-eligible
Members
33,646
Avg. views
2,691
CPM (est.)
—
Ads indexed
0

Ad niches in this channel

Top advertisers in this channel

All advertisers in this channel →

Activity

04-2011 weeks09-28

Recent posts

  • October 23, 2026

    Sodaa nama fuulduraatti Dubbachuu of irraa balleessuuf👇👇 https://youtu.be/wSmxCOC5vAM https://youtu.be/wSmxCOC5vAM https://youtu.be/wSmxCOC5vAM

    589 views4 reactionsOpen in Telegram
  • October 23, 2026

    Waaqayyo cubbamaa ati taate fayyisuu danda'a malee qulqulluu ati of fakkeessitu miti. —Anthony Bloom ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️

    1,599 views14 reactionsOpen in Telegram
  • October 23, 2026

    💸 +3024.371 USDT — withdrawal received! Another real payment from https://t.me/KLIKBIT_BOT?start=ad_ZV2LVTGK2 has arrived in my wallet. No empty promises: a confirmed USDT transfe…

    1,339 views3 reactionsOpen in Telegram
  • October 23, 2026

    Hin Murteessin Namni waan salphaa dabarsaa jiru hin jiru, namni hundi rakkoo qaba. Namoonni maal keessa akka jiran gonkumaa hin beektu. Kanaafuu namoota birootti murteessuu, qeequu…

    3,000 views32 reactionsOpen in Telegram
  • October 23, 2026

    Yeroo kee warra haalduree tokko malee si jaallatan irratti dabarsi. Warra yeroo haalli isaaniif mijatu qofa si jaallatan irratti hin qisaasessin. 🙂✨ ━━━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️

    3,337 views17 reactionsOpen in Telegram
  • October 22, 2026

    Namoota kaan yeroo komattu fi qeeqxu waa'ee kee dhugaa tokko tokko irraa fagaachaa jirta. ━━━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️

    3,650 views22 reactionsOpen in Telegram
  • October 22, 2026

    CHANNEL KANNEEN JOIN GODHAA 📲📲

    2,511 views1 reactionsOpen in Telegram
  • October 22, 2026

    Ati nama biraa fakkaachuuf hin dhalanne. Addummaan kee hanqina kee osoo hin taane, humna kee ta’uu danda’a. 💯 ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️

    4,334 views24 reactionsOpen in Telegram

Research from the blog

All →

No ads indexed yet.

This channel was added to our crawler but no sponsored impressions have surfaced yet. Subscribe below — we will ping you on the first hit.

Tracked since 2026-05-22 · last ad check 2026-10-28 00:10 UTC