Channel
➔ Chaanalii kana kessatti odeeffannoowwan baarseloonaan walqabatan qofa argattu. — Seenaa taphattoota — Odeeffannoo jijjiirraa — Taphoota kalattiin — Yaadaa lenjistoota fi taphattoota ◍ Nu qunnamuuf: @ibzkar ◍ Garee mariif: @orobarcelona
Updated: 2026-09-26
🚨 Aleehandiroo baaldeen bara dorgommii kana daqiiqaa 12 qofa taphate. Haaluma kanaan baatiin amajjii dhufu egeree taphatichaf murteessaa ta'uu danda'a. Baaldeen haala amma jiru ka…
🚨 𝑩𝑹𝑬𝑨𝑲𝑰𝑵𝑮: Baarseloonaan faayila Juuliyaan Alvaareez guutummaatti cufee jira. (Maddi: Radio Catalunya) 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➫ @Oro_barcelona 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➫ @Oro_barcelona ━═━═━═━═━═━═━…
🚨 𝑰𝑵𝑭𝑶: Liivarpuul taphoota 7n darban irratti gahumsa gaarii agarsiisu isaa hordofee waligaltee Roonaldi Araawuho dhaabbii gochuuf yaadaa jiru. Leenjisaan kilabicha Andooni Ir…
🚨 Gabreel Jeesus tapha Baarseloonaan Heetaafe waliin qabu irratti yeroo jalqabaaf dhaabbin eegaluf carraa bal'aa qaba. Jeesus yeroo boqonnaa idil-addunyaa kanatti Haansii Flick wa…
🚨 𝑵𝑬𝑾𝑺: Leenjisaan garee biyyaalessaa Biraazil Kaarloo Anchelootiin tapha har'a Awustiraaliyaa waliin qixa bahan irratti Raafiinhaa daqiiqaa 90 guutuu taphachiise. Vinishees f…
🚨 𝑼𝑷𝑫𝑨𝑻𝑬: Daani Olmoon Baayermuunik isaaf fudhachuuf fedhii qabaachuu hanga ammaatti hin beeku. Baayermuunik taphaticha kallattiin hin qunnamne. Kilabichi taphaticha fudhach…
Messi fi Ronny, bara 2006! ✨ 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➫ @Oro_barcelona 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➫ @Oro_barcelona ━═━═━═━═━═━═━═━═━
Baayermuunik baatii Amajjii keessa Daani Olmoo mallatteessisuuf qophaa'anii jiru. (Maddi: Sky Sports) 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➫ @Oro_barcelona 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➫ @Oro_barcelona ━═━═━═━═━═━═━═━═━
A head-to-head of how Backpack and Phantom advertise on Telegram — the Solana-rooted exchange-and-wallet versus the leading self-custody wallet, their creative and targeting differences, and what the Telegram Ads Spy archive reveals.
How advertisers reach Belgian audiences on Telegram — one of Europe's toughest gambling and ad-restriction regimes pushing operators offshore, a Dutch/French/German language split, and EU-regulated crypto and trading.
How advertisers reach Irish audiences on Telegram — an English-speaking EU member inside the UK-Ireland creative pool, a fintech and tech-HQ hub, EU-regulated crypto and forex, and offshore gambling under a tightening licensing regime.
How advertisers reach Korean audiences on Telegram — the real-name banking regime that pushes activity offshore, one of the world's most intense retail-crypto cultures, gaming and esports adjacency, and won-denominated payment friction.
Flags — the regions we asked our observer pool for while recording this ad in this channel. That is a label on our request, not a confirmed place of viewing: when no account is available in the requested country the pool silently substitutes another and does not say so. It is not the advertiser's targeting country either. We stopped requesting the region on {date}, so newer creatives carry no flags at all. The channel's main country (by its language) is highlighted in blue; regions under 5% are collapsed into +N.