Telegram Ads Spy
Sign in
Telegram Ads Spy
Account menu

Channel

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

@tafak_or
AR · العربيةSponsored-eligible

𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍 قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf👇 https://t.me/Ibrahim_92taf

Members
11,920
Avg. views
953
CPM (est.)
—
Ads indexed
30

Updated: 2026-10-22

Ad niches in this channel

Top advertisers in this channel

All advertisers in this channel →

Activity

04-1317 weeks08-24

Recent posts

  • October 17, 2026

    Assalamualeykum warahmatullaahi wabarakaatuh ✍️ Dhukkubbii kee salphisuu fi gidiraa kee kan addunyaa tanarratti si mudataa oolu ufitti laaffisuu yoo feete karaan hundarra gaariin, …

    303 views25 reactionsOpen in Telegram
  • September 26, 2026

    Ilma namaa moo…✍️ ✍️ Duraan nama balbala isaa eenyuttiyyuu hin cufne ture, garuu muuxannoowwan ilma namaa irraa argadheen, guutummaatti akkan banee hun dhiisne keessa darbe. Garaja…

    2,253 views73 reactionsOpen in Telegram
  • September 22, 2026

    ✍️ Abjuun koo jireenya koo caalaa guddaadha, kanaafis ala caalaa of keessa jiraadha. Hayyootarraaa…! @tafak_or

    3,080 views46 reactionsOpen in Telegram
  • September 21, 2026

    Diinii Qabeenya, Fayyaaa, Barnoota Diinii, Barnoota hammayyaa, Maatii, Dalagaa, Waan ati qabdutu waan dhabderra caala galata isaan dagatin. Waan isin barbaaddan hunda isiniif kenne…

    3,242 views52 reactionsOpen in Telegram
  • September 15, 2026

    ✍️ Tola Rabbiin isinirratti oole yaadadhaa. {اذْكُرُوا نِعْمَةَ اللهِ عَلَيْكُمْ} Fayyaa fi nagahaan, dhukkubbii tokko malee, nagahaan raftee dammaquun kee qananii guddaadha. Halka…

    3,492 views73 reactionsOpen in Telegram
  • September 12, 2026

    Obboleetti uffanni kankee waa baay'ee dubbata: Tarbiyaa haadhaa fi abbaa kee, qulqullummaa fi kabajaa haadha kee, eegumsaa fi hinaaffaa obboleessa keee fi yoo bultii qabaatte dhiir…

    3,791 views78 reactionsOpen in Telegram
  • September 12, 2026

    Ahbaabii ✍️ Gaafa namatti fakkaachuuf yaaltu, uf argachuun kankee baay’ee ulfaataadha. Akka ebaluutti sirbaan morma nama jallisti jetti anbi. Akka ollaa fi ormaatti osoon taane, ak…

    3,337 views60 reactionsOpen in Telegram
  • September 12, 2026

    Seera jireenyaa keessaa ✍️ Qananii ykn Ni’imaa Rabbiin isaaf kennerratti nama kamittuu hin hinaafin, . sababni isaas isin wanta Rabbiin isaan irraa fudhate hin beektan waan taheef.…

    3,342 views50 reactionsOpen in Telegram

Research from the blog

All →

Sponsored impressions seen in this channel · EUR cabinet

Flags — the regions we asked our observer pool for while recording this ad in this channel. That is a label on our request, not a confirmed place of viewing: when no account is available in the requested country the pool silently substitutes another and does not say so. It is not the advertiser's targeting country either. We stopped requesting the region on 2026-06-03, so newer creatives carry no flags at all. The channel's main country (by its language) is highlighted in blue; regions under 5% are collapsed into +N.